Psalms 73:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
haga mana kanke oli inseenini. Ammo seenani waan worri ch'ubbuu taka tana tahu hubad'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kun haga ani gara mana woyyuu Waaqaa seenutti; haga dhuma isaa arguuf ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani haga Dunkaanii Woyyittii seenee, waan worri hamaan te'u hubadhutti, akka malee na rakkitte.