Psalms 73:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri oobju fakaata ta diirama yo kaani waan isii imbeenne; ee AABBO, hojja atini lafaa kaatu worri imbada.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma namni yoo eebju'uu dammaqu ta'u; Gooftaa'a! atillee hennaa kaatu; akkuma suursa'aa duwwaa isaan goota.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma wonni oojju'uun dhaggane, yennaa dammaqane dhabantu, Ee Gootta'a, yennaa ati kaatu, isaan ila teeti duraa hin dhabaman.