Psalms 73:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa anini aka male laalefad'e garaani na hamaate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa lubbuun tiyya mararamte; hennaa garaan na cite;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa lubbuun natti hadhootte, yennaa gadhaan na cite,