Psalms 73:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato qalbiifi nafi kiyya laafele jabeenni kiyya Waaqa, isa male anini waan d'ibi infed'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Foonii fi garaan kiyya dadhabuu danda'an; Rabbi garuu jajjabeenna garaa kiyyaa; hiree kiyya ka bara baraati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Foon kiyyaa fi keessi kiyya dadhabuu dande'an; Waaqi ammoo jabeenna kiyyaa fi qooda kiyya ka bara baraa ti.