Psalms 73:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri aka nama d'ibi gaargala inqabu aka biyyale ind'ipatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rakkoon namoota irra gayu isaan irra hin gayu; akka namoota kaawwanii hin rakkatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka worra dhibi'ii rakkinna hin qabanu; akka kolbaa dhibi'ii balaan isaan hin dhaqqabu.