Psalms 73:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi duuba worri kiyyiba aka imu mormati keeyate, woldidale aka woya uyyifata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu uf jajuun faaya morma isaaniiti; dhibuu akka uffataatitti uffataniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, isaan koora akka seesa mormaa mormatti naqataneeran; hunnaan nama irratti ka'iisa akka woya'aa uffataneeran.