Psalms 73:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Garaani worraa hameennani guutame, qalbiini worraaleeni waan hamtu ch'alla hereddi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ija ufii ka coome babaasan; garaa isaanii keessa yaanni duwwaan guutee irra jiga;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ila isaanii coomatti iitessee gad baase; gadhaa isaanii hammeennatti guutee irraa dhangala'e.