Psalms 74:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa, nyaapi keenna haga yoomi si kobla? Worri maqa kanke haga jiru jireenna arabsa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! haga yoomii diinni sitti balda? nyaaphni kee baraa haga bara baraa maqaa keetitti baldaa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa haga yoomii diinoti sitti murgan? Haga yoomii nyaaphoti maqaa keeti tuffatan ree?