Psalms 74:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini maafi nu qarqaaru didde? Atini maafi harka kanke ufi duubati qabata?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati maaf harka kee dachaafatta? maaf harka kee ka mirgaa bobaa jala kaayatta?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati maaf isaan hin adabin? Maaf isaan hin balleessin?