Psalms 74:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumi tante laaftu harka nyaapa isiiti illakisiini; gumi tante ta gaargalchani haga jirtu inded'ini!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lubbuu handarii teetii dabarsitee busaawaa aradda'aatii hin kennin; jireenna banii kee ka rakkatee baraa haga bara baraa hin irraanfatin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lubbuu kolbaa teetii worra akka saphaliisaa, bineensatti dabarsitee hin kennin. Jiruu kolbaa rakkattuu teetii haga bara baraa hin dedhin.