Psalms 74:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wold'aqisa atini nu woliini tolfate qaabad'i. Moga lafa dukanooftu ch'ufa keesati nami wolijeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waadaa kee yaadadhu; huleen mogga'aa ka worri dhibu keessa jiraatuu fi lafa irra huleen dukkanaa waan baay'ateeruuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa addee dukkanaa keessatti, hunnaan nama irratti ka'iis waan guuteeruuf, ati gondooroo teeti qaabadhu.