Psalms 74:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa, kai, ufi dubbad'i, qaabad'i aka worri si imbeenne hojja ch'ufa si koblu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! ka'i! kaayoo keetiif tamaaggadhu; namni duwwaan guyyaa guutuu akka si irratti cooru yaadadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa ka'i! Waan keeti falmadhu; worri gowwaan guyyaa guutuu akka sitti murgu qaabadhu.