Psalms 74:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maneeni ch'ach'absani ona tolchani tana gubba deemi, wonti akanatiifi nyaapi keenna waan Mana Waaqa keesa jira ch'ufa ya balleese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Tarkaanfii kee gara worra baraa haga bara baraa ona ta'ee qajeelchi; diinni waan mana kee woyyuu keessa jiru maraa balleesseera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Diinoti waan mana keeti keessaa mara balleessaneeran; koyiitii waan diigamee hafe kana ilaali.