Psalms 74:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri nama badda seene d'agaraani mukha ch'iru fakaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mukkiin araddaa keessaa muru'uuf; nama dhagaraa fudhatu fakkaatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan namoota gongomaa keessaa muka muriisaaf, agaraa fudhatanu fakkaatan.