Psalms 74:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle garaa ufii keesa waan jed'e, Nu worra kana aka taka inargini balleesina, worri Fulla Qulqullo Waaqa iti kad'atani, ta lafa suni keesa jirtu, ch'ufa gube.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garaa ufii keessatti, «Sirima isaan cunqursina» jedhan; hulee Rabbi itti waaqeffame maraa hin guban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan gadhaa ifii keessatti, «Ijjumaa isaan hin balleessina» jedhane; isaan lafa san keessatti addee Waaqi itti waaqonfamu mara gubane.