Psalms 75:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu galata si deebimna, ee Waaqa nu galata si galchina! Nu guddinna kanke odeesine, waan mama ka atini tolchite namati himna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! galata sii dhiyeessina; maqaan kee waan dhiyoo ta'eef galata sii dhiyeessina; namoonnillee waan hujii kee ka maalale'ee dubbatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa, nuuti si galateeffanna; maqaan keeti dhikoo waan jiruuf, nuuti si galateeffanna; kolbaan hujii teeti ta maade'ee hin odeessiti.