Psalms 75:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi muduunu daad'i ta dallansuuni isaa guute, harkaa qaba. Inni daad'i suni keesaa buuse, ch'ubbicha ch'ufa obaase, worri fooqisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Harka Rabbii irra miju'utu jira; daadhiin woyini'ii ka akka misha'atti naqamee fi ka hoomachaayutu itti guuteera.; Inni mijuu keenna raasa'atti jisse; worri dhibu ka ardii irraa; uduu gagaan hin hafne coongisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa muduunuu daadhii woyni'ii ta mufi'ii hoomachoottuu harkaa qaba; inni gad isii cossa; worri hamaaleyyiin lafaa marti, cingifatanee unan.