Psalms 75:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini haguma jiru waan Waaqa Yakobo dubbad'e isa faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani ammo baraa haga bara baraa kana labsa; Waaqa Yaaqoobiitii faaruu dhiyeessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ammoo haga bara baraa tana hin lallaba; Waaqa Yaaqoobii faaru'uun hin leellisa.