Psalms 76:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafa Yuda keesati Waaqi ya beekhame; Israeli keesati maqa isaa guddisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Yihuuda'atti beekkame; maqaan isaa Israa'eliin biratti gudda'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi biyya Yihuda'aatitti beekkama'a; Israa'el keessatti maqaan isaa gudda'a.