Psalms 76:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan isani AABBO Waaqa keesani kakhatani isaa kenna, gochiti isa d'aatu jirtu ch'ufti woi isaa kenna. Waaqi nama sodaachise,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii Waaqa keessanii woreegaa'a; woreegallee galchaa'a; worri naannaya isaa jiran maruu; Isa sodaachisaa ta'ee kennaa haa fidanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqa Mootii Waan Maraa keessaniif waadaa gala'a; waan waadaa galtane san muummessa'a. Worri lafa adaala isaa jiru marti ka sodaatamu'uu maleef kennansa fidanuu ti.