Psalms 76:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Achiti inni t'iyafi wonteefi goraadeefi miha lola ka nyaapa isaa ch'ufa ch'absa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achitti eboo darbatamu; wonte'ee fi guraadee; woraanallee hin cabse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni achitti daaya balaqqisaa deentu, wontee, shallaaga'aa fi meya woraanaa mara caccasse.