Psalms 76:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa, atini akami guddinna qabda! Hojja atini nyaapa kanke dabsatte gaareeni ira gabuutu atini akami mid'aada!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati ifa uffattee ifteerta; gaachenni keellee gaarran bara baraa caala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa ati attam attam ulfaata'a! Arnyi keeti gaarota gugurdaa caala.