Psalms 76:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Askarti worra jajanna waan worri qabu ch'ufa ya iraa boojiani, worri ch'ufti amma ya dua gach'iise; askartini sunini ch'ufti ya hobaate, tokoleeni harkale oli infud'atu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri onnee guutu'uu saamamaniiran; muganii rafaniiran; worra lolu keessaa ka harka ufii sochoosuu danda'e hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri jannooti saamamanee, akka malee rafaneeran; isaan keessaa tokkolle, harka ifiitiin womaa hujuu hin dandeenne.