Psalms 76:9 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! hennaan wonti kun ta'e; hennaa ati rakkattoota biyya lafaa fayyisu'uuf ati murti'iif kaate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa, worra biyya lafaa irratti cunqurfame wodiisaaf, yennaa ati muraa kenniisaaf kaate, biyyi lafaa cadhitte.