Psalms 77:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini waan jed'e, Wonti guddo na d'iba tana — Waaqi amma aka duri kaani irre inqabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee, «Harki mirgaa ka Gooftaa maraa olii akka jijjiirame yaaduun kiyya kun dadhabbii kiyya» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ani, «Hunni Waaqa Ol Aana'aa waan jijjiiranteef, gaddee laaleffadhe» jedhe.