Psalms 77:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa, wonti atini tolchitu ch'ufti qulqullo. Waaqi d'ibiini, ka aka kanke guddaa, lafa keesa injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! karaan kee woyyu'u; Waandhi guddaan akka Waaqa keennaa eennu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa, karaan keeti woyyicha; waaqota keessaa guddaan akka Waaqa keennaa eennu?