Psalms 77:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dumansi bokaya ga roobe, mandisuuni gubbaa d'ufte, angaasuuni moga ch'ufaa bibilit'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Duumessi bisaan coccobse; samiiwwan hin gigissan; falaqqifni bakakka'aa naannayatti ifan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Duumensi bisaan gad coccosse; gubbaa irraa mandiisuun mandiite. Balaqqeettiin akka daayaa gara mara balaqqitte.