Psalms 77:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini mandite, angaasuuni bilit'e lafa ch'ufa guyyaasifte, laftileeni chochote hollate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laagaan gigissaa keetii haboonbolattii keessatti dhagayame; bakakkaan kee adunyaa ibse; lafti hin sodaatte; hin hollatte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hobonbolattii keessa mandiisuun dhage'ante; balaqqeettiin biyya lafaa issite; latti rommitee tachoote.