Psalms 77:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini d'awa bisaani keesa deemte, baariini qile taakite, ammo faana tante nami ingarre.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Karaan kee galaana keessa; deemsi kee bisaan guddaa keessa; faanti kee ammo hin beekkamne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaayaa keessa karaa, bisaan gugurdaa keessa daandii godhatte; faanti miila keetii ammoo hin mudhanne.