Psalms 77:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja gaargala anini AABBO yaamad'a; anini halkani ch'ufa harka isa dura qabad'e isa kad'ad'a. Ammo waan garaa na jabeesa inargad'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa rakkadhe Rabbiin kadhadhe; halkanillee uduu hin dadhabin harka kiyya badhise; lubbuun tiyya jajjabaachuu dadhabde.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa rakkinnaa keessa Goottaa barbaadadhe; halkan guutuu harka kiyya diriirse; te'uu malee ani hin jajjabaanne.