Psalms 77:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini hojja waan Waaqa heregu, hafuurati na ch'ita, hojja anini isa qaabad'u ingagaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! akkuma si yaaduun wixxifadha; haguma dhudhumeen hafuurri kiyya dadhabde.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa, ani yennaa si qaabadhu hin aada; yennaa guddisee itti yaadu hin gaggaba.