Psalms 77:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini halkani ch'ufa herega guddaani bule waan ufiini jed'u:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Halkaniin faaruu kiyya qaabadhe; garaa kiyya woliin taphadhe; hafuurri kiyya dadammaqee akkana jedhee gaafate;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Halkan keessa faaruu tiyya ta durii qaabadhe; ani guddisee itti yaadee, yaada kiyya qorqoree,