Psalms 77:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi haga jiru jireenna nu dida? Inni deebie nuti ingammadu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Dhugamaan Gooftaan haga bara baraa nama gataa? ammaa achi hoo sirima mishooma ufii hin mudhisuu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Goottaan haga bara baraa nu hin gataa? Inni ijjumaa deebi'ee nu'uuf hin nayuu?