Psalms 77:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni yayu nu jaalachu lakise? Kakhuuni isaa haga jirtu inteetu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaalalli isaa hoo baraa haga bara baraa badee? waadaan inni gale hoo hin diiggamee?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaalalli isaa ka bara baraa, haga bara baraa dhumatee? Waadaan inni gale yoona hin muummowuu ree?