Psalms 77:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi ya namaa nahu dide? Inni dallansu keesa nuu nahu dide?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi arjoomuu hin irraanfatee? mo'o waan loleef gara laafummaa dhooggate?»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi marartii dedhee? Aariin gadhi-laafummaa isaa dhooggitee ree?» jedhe.