Psalms 78:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni baariini gargari kute, bisaani aka girgida moga lamaani d'ad'aabe, worra jiddu dabarse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Galaana addaan qoodee isaan ceesise; bisaanillee akka tuula'aatitti ol dhaabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni abbaayaa gargar kutee, keessa isaan dabarse; bisaanille akka tuula'aa dhaabbachiise.