Psalms 78:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni lafa gamooji keesa siida d'akha gargari falaanse, akanaani bisaani lafa jalaa baase worra bisaani obaase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafa gammoojji'iititti dhagaa baqasse; bisaan akka galaanaa baay'ate isaan obaase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni lafa goomole'ee keessatti rassaa dhoosee, bisaan akka bisaan abbaaya'aa, kenneefii isaan obaase.