Psalms 78:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni siida d'akha keesaa galaana yaase bisaani aka laga gabaase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhagaa qarsa'aa keessaa burqaa burqisiise; bisaan akka lagaatitti yaase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni rassaa keessaa bisaan baasee, akka lagaa lolaase.