Psalms 78:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Waaqati gungume waan jed'e, D'uguma lafa aloo tana keesati Waaqi dandae sagale nu inkenna?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkana jedhanii Rabbitti dubbatan; «Rabbi gammoojjii keessatti nyaata qopheessuu danda'aa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Waaqa irratti ka'anee, «Waaqi goomolee keessatti sagalee qopheessee hin dande'aa?