Psalms 78:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'uguma inni siida d'akhaa d'ae, bisaani aka galaana keesaa yaase; ammo inni dandae qit'afi fooni gumi isaati inkenna?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni dhagaa dhoofnaan bisaan dhangala'e; fincaayaanillee hin lola'an; eeganaa buddeenallee kennuu hin danda'aa? foon hoo bani'ii dhiyeessuu danda'aa?»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa inni rassaa dhowe, bisaan akka lagaa keessaa lola'e. Inni ammoo sagaleelle nuu kennuu hin dande'aa ree? Yookiin kolbaa ifiitiif foon kennuu hin dande'aa ree?» jedhane.