Psalms 78:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi dubbi tana d'ageennaani dallane, dallansu isaa keesaa gumi isaa ibidaani balleese;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi hennaa kana dhagaye guddisee lole; Yaaqoobiin irratti ibiddatu bobaye; Israa'elitti hin dheekkame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa yennaa tana dhage'e, aaree bobe'e; sanyii Yaaqoobii irratti ibiddi gabbate; aariin isaa Israa'el irratti bobeette.