Psalms 78:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
wonti akanatiifi worri isa d'ugefachu dide jabeenna isaa ka inni dandae isaaniini baasule abdachu didde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbitti waan hin amanneef, fayyisuu isaallee hin abdanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni tun teeteef, isaan Waaqatti hin dhugeeffanne; akka inni isaan fayyisulle isatti hin addanne.