Psalms 78:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mid'aani gubbaa gadi buuse, sagale manna jed'ani toko worra nyaachise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka nyaataniif Mannaa isaanii roobse; nyaata sami'ii isaanii kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
akka isaan nyaatanuuf mannaa gad isaaniif roobisiisee, midhaan ol-gubba'aa isaaniif kenne.