Psalms 78:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akanaani worri sagale malaikaani nyaatu nyaate Waaqileeni waan worri fed'u ch'ufa kenneefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni buddeena maleekkotaa nyaatan; nyaatanii haga isaan irraa hafutti nyaata isaanii erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isaan sagalee ergantoota Waaqaa nyaatane; Waaqi sagalee isaan quussitu isaaniif erge.