Psalms 78:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani Waaqi sagale worri fed'u ch'ufa kenneefi, worri nyaate quufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee haga quufanitti nyaatan; waan isaan hawwan waan isaanii kenneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni waan isaan dharra'ane waan isaanii kenneef, isaan nyaatanee akka malee quufane.