Psalms 78:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo ato worri tae ufuma nyaatu, ka worri d'araa imbahini,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu uduu hawwa ufii dheebuu hin baane; uduu nyaanni afaan isaanii keessa jiru;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo adoo isaan dharraa hin bayinuu, adoo nyaatiisatti jiranuu,