Psalms 78:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi worrati dallane, nama worra Israeli, ka kaima jajaba ch'ufa fit'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dheekkamsi Rabbii isaan irra dhufe; worra isaanii keessaa jajjaba'a ufiin jedhan ajjeese; ijoollee Israa'elii ta akka abaabo'oollee hin qoome.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi isaanitti aaree, isaan keessaa worra jajjabaa ijjeese; dargaggeeyyii Israa'eliille qoome.