Psalms 78:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kanale ch'ufa irrumaani worri ammalle ch'ubbu tolche; ato inni waan mama tolchele isaa d'ugefachu dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kun maruu ta'ee yakka ufii hin dhiifne; hujiiwwan isaa ka maalale'eellee hin amanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tana mara keessatti isaan cubbuu hujiisa hin lakkinne; bilbaasa inni godhelle hin dhugeeffanne.