Psalms 78:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja inni nama worra ka gari hobaasu, worri iraa hafe kaani isati deebie, ch'ubbu lakise, garaa tokooni isa kad'ata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa inni isaan ajjeese hin barbaadaniin; fedha garaa ufiitiin gara Rabbii deebi'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa inni isaan keessaa ijjeese, isaan isa barbaadane; cubbuu irraa deebi'anee, gadhaa tokkochaan gara isaa deebi'ane.