Psalms 78:38 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato akasile taate Waaqi gumi isaati nahe, ch'ubbu isaani araarameefi, worra hobaasuu dide. Maro heddu inni dallansu ufiitini worra balleesu dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ammo ka araaramaa waan ta'eef, yakka isaanii isaaniif dhiise; isaan hin balleessine; hennaa hedduu dheekkamsa uf dhoogge; balaa ufii maraa hin buufne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi ammoo kolbaa ifiitiif mararee, yakkaa isaaniif araarame malee, isaan hin balleessine; inni yennaa hedduu aarii ifii caffate; mufii ifii mara ol hin kaanne.